Itoopiyyaa keessa mani fincaani hin jiruu moo Taayyeen maa kara irraa ta’a?

Yaa Rabbi Jawar Mohammed harka diina jala fullasi
Abiy Qaama isaatu Akkuma Siida Mililikitti Masaraa Kessa Jira Malee Sammuun Isaa Fuudhame Gondariti Hidhame jira Kan Akkana Godhe Dani, el kibrati Beeka
Tamam waritu hayyuu oromo

Tamam Waritu oromoo jabaa hedduu qabdii amas .
Jawar hidhaa ni baha.gaafa bahe akkuma Mandeelan hidha bahee aangoo qabate Jawar Mohammed ilee 4killo seena” Tamam Wariitu
As wr wb yaa umata bala saba kooJawar Mohammed dabalatee yeroo hayyoonni oromoo mana hidhaa dukkanaa keessatti dararamaa jiran kanati namni oromoo ta’e tokko olaantummaan seeraa kabajame ykn kabajamuu qaba yeroo jedhu dhagahuu caalaa wanti nama gubu hin jiru.

Af-gaaffii Haacaaluun OMN waliin taasise keessaa wanni citee hafe maali?
Af-gaaffii Haacaaluun OMN waliin taasise keessaa wanni citee hafe maali?

Af-gaaffii Haacaaluun OMN waliin taasise keessaa wanni citee hafe maali?
Af-gaaffii sana keessaa haasaan citee hafe akka ture kan amane gaazexessaa Guyyoon, sagantaa saniif yeroon qabameef daqiiqaa 35 eeguuf jecha wanni keessa kutamee jira jedhe.
Waan haasa’ame guutuu hin dabarsituu kan jedhu Guyyoon, ‘’gaaffiifi deebii aniifi Haacaaluun goone keessa kan keessaa baasne ni jira. Garuu akka amma isaan jedhan itti yaadamee kan keessaa baasne tokkolleen hin jirtuu’’ jedha.
Af-gaaffiin torban sadii dura OMN irratti tamsaafame karoora ji’a shaniif qabame turee fi sababa garaagaraan osoo hin hojjetamiin amma gahe akka ta’e kan dubbatu Guyyoon, yaadni sagantaa kana hojjechuu kan Art. Haacaaluu akka ta’e hima.
‘‘Haacaaluun akka Oromootti nama dhageettii guddaa qabu, nama namni cufti jaalatu miidiyaa hawaasa gubbaatti nama cufarratti ololli miidiyaa hawaasaa ni ka’a, kaayyoon af-gaaffii san gooneef dhugaa jirtu namni kaan akka dhagahuufi.’’
Erga af-gaaffiin sun waraabamee booda wantoota keessaa osoo bahanii jedhurratti waliin mariyachuullee hima.
Qaamoleen garaagaraa isa doorsisuu qaamanis yoo wal argan Af-gaaffii san keessattis dubbaateeraa kan jedhu Guyyoon, akka aanga’ootni Abbaa Alangaa jedhanitti garuu ‘’Shaneen na doorsisa kan jedhu dubbachuu isaa hin qaabadhuu’’ jedha.
Guutummaan isaa 👉👉https://bbc.in/2Ce6Z5E